42 Waaqni abbaa kootii,+ Waaqni Abrahaamii fi inni Yisihaaq sodaatu+ sun utuu naa wajjin hin jiru taʼee, silaa amma harka duwwaa na geggeessita turte. Waaqayyo dhiphina koo fi dhamaʼee hojjechuu koo argeera; inni eda galgala kan si akeekkachiises kanaafi.”+