-
Maatewos 1:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Salmoon Rahaab+ irraa Boʼaaziin dhalche;
Boʼaaz Ruut+ irraa Yoobeediin dhalche;
Yoobeed Isseyiin+ dhalche;
-
Ibroota 11:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Rahaab ishiin sagaagaltuun sun warra hin ajajamne sanaa wajjin utuu hin balleeffamin kan hafte amantiidhaan ture; sababiin isaas, ishiin basaastota sana nagaadhaan simatteetti.+
-
-
-