LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Magaalattiinis taate wanti ishii keessa jiru hundi guutummaatti haa balleeffaman;+ guutummaan magaalattii kan Yihowaa ti. Rahaab+ ishiin sagaagaltuun namoota nuti ergine waan dhoksiteef,+ ishii fi warra ishii wajjin manicha keessa jiran hundumaa qofatu lubbuudhaan oola.

  • Maatewos 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Salmoon Rahaab+ irraa Boʼaaziin dhalche;

      Boʼaaz Ruut+ irraa Yoobeediin dhalche;

      Yoobeed Isseyiin+ dhalche;

  • Ibroota 11:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Rahaab ishiin sagaagaltuun sun warra hin ajajamne sanaa wajjin utuu hin balleeffamin kan hafte amantiidhaan ture; sababiin isaas, ishiin basaastota sana nagaadhaan simatteetti.+

  • Yaaqoob 2:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Haaluma wal fakkaatuun, Rahaab ishiin sagaagaltuun ergamtoota sana keessummummaa simattee karaa kan biraatiin erga isaan ergitee booda qajeeltuu jedhamtee kan waamamte hojiidhaan mitii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi