Iyyaasuu 13:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 jiraattota naannoo gaarotaa warra Libaanon+ irraa jalqabee hamma Misrefoot Maayimitti+ argaman hundumaa; akkasumas Siidoonota+ hundumaa. Ani Israaʼelota duraa isaan nan ariʼa.+ Akkuman si ajajettis biyya kana Israaʼeliif akka dhaalaatti hiri.+ Maarqos 7:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achii kaʼees gara naannoo Xiirosii fi Siidoon dhaqe.+ Eenyu illee inni dhufuu isaa akka beeku waan hin barbaanneef, gara mana tokkoo seene; taʼus, namoota jalaa dhokachuu hin dandeenye.
6 jiraattota naannoo gaarotaa warra Libaanon+ irraa jalqabee hamma Misrefoot Maayimitti+ argaman hundumaa; akkasumas Siidoonota+ hundumaa. Ani Israaʼelota duraa isaan nan ariʼa.+ Akkuman si ajajettis biyya kana Israaʼeliif akka dhaalaatti hiri.+
24 Achii kaʼees gara naannoo Xiirosii fi Siidoon dhaqe.+ Eenyu illee inni dhufuu isaa akka beeku waan hin barbaanneef, gara mana tokkoo seene; taʼus, namoota jalaa dhokachuu hin dandeenye.