-
Abbootii Murtii 3:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Israaʼelota warra waraana Kanaʼaanii wajjin godhame kam irratti iyyuu hin hirmaanne hundumaa qoruu akka dandaʼaniif, Saboonni Yihowaan akka hafan heyyame kanneen kana dha+ 2 (kunis kan taʼe dhaloonni Israaʼelotaa warri itti aanan, jechuunis warri kanaan dura wanti akkanaa isaan hin mudanne waraana irratti muuxannoo akka argataniifi): 3 gooftolii Filisxeemotaa+ shanan, Kanaʼaanota hundumaa, Siidoonotaa+ fi Hiiwota+ warra Gaara Baʼaal Hermoon irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatitti*+ Gaara Libaanon+ irra jiraatan.
-