Iyyaasuu 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yeroo kanatti Iyyaasuun dulloomee, umuriin isaas sokkee ture.+ Kanaafuu, Yihowaan akkana isaan jedhe: “Ati dulloomteetta, umuriin kees sokkeera; taʼus biyyi dhaalaan fudhatamuu* qabu hedduun jira. Iyyaasuu 13:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 jiraattota naannoo gaarotaa warra Libaanon+ irraa jalqabee hamma Misrefoot Maayimitti+ argaman hundumaa; akkasumas Siidoonota+ hundumaa. Ani Israaʼelota duraa isaan nan ariʼa.+ Akkuman si ajajettis biyya kana Israaʼeliif akka dhaalaatti hiri.+
13 Yeroo kanatti Iyyaasuun dulloomee, umuriin isaas sokkee ture.+ Kanaafuu, Yihowaan akkana isaan jedhe: “Ati dulloomteetta, umuriin kees sokkeera; taʼus biyyi dhaalaan fudhatamuu* qabu hedduun jira.
6 jiraattota naannoo gaarotaa warra Libaanon+ irraa jalqabee hamma Misrefoot Maayimitti+ argaman hundumaa; akkasumas Siidoonota+ hundumaa. Ani Israaʼelota duraa isaan nan ariʼa.+ Akkuman si ajajettis biyya kana Israaʼeliif akka dhaalaatti hiri.+