-
Abbootii Murtii 2:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Guutummaan dhaloota sanaa gara abbootii isaatti walitti ni qabame;* isaan boodas dhaloonni Yihowaas taʼe wanta inni Israaʼeliif godhe hin beekne kan biraan ni kaʼe.
-