Lakkoofsa 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+ Lakkoofsa 34:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Gaara Hoor irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatittis*+ daangaa ni kaaʼattu; dhumni daangaa sanaas Zedaad+ taʼa. Iyyaasuu 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yeroo kanatti Iyyaasuun dulloomee, umuriin isaas sokkee ture.+ Kanaafuu, Yihowaan akkana isaan jedhe: “Ati dulloomteetta, umuriin kees sokkeera; taʼus biyyi dhaalaan fudhatamuu* qabu hedduun jira. Iyyaasuu 13:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 biyya Geebaalotaa+ fi kallattii bahaatiin guutummaa Libaanon, akkasumas Baʼaal Gaad ishii Gaara Hermoon jalatti argamtu irraa hamma Lebo Hamaatitti;*+
2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+
8 Gaara Hoor irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatittis*+ daangaa ni kaaʼattu; dhumni daangaa sanaas Zedaad+ taʼa.
13 Yeroo kanatti Iyyaasuun dulloomee, umuriin isaas sokkee ture.+ Kanaafuu, Yihowaan akkana isaan jedhe: “Ati dulloomteetta, umuriin kees sokkeera; taʼus biyyi dhaalaan fudhatamuu* qabu hedduun jira.
5 biyya Geebaalotaa+ fi kallattii bahaatiin guutummaa Libaanon, akkasumas Baʼaal Gaad ishii Gaara Hermoon jalatti argamtu irraa hamma Lebo Hamaatitti;*+