Lakkoofsa 13:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Kanaafuu, isaan ol baʼanii lafa onaa Ziin+ irraa hamma Rehoob+ ishii Lebo Hamaat*+ biratti argamtuutti biyyattii ni basaasan. 2 Mootota 14:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Akkuma Yihowaan Waaqni Israaʼel karaa tajaajilaa isaa Yoonaas+ ilma Amitaay isa raajii nama Gaat Hefeer+ taʼe sanaa dubbatetti, Lebo Hamaatii*+ jalqabee hamma Galaana Arabaatti*+ daangaa Israaʼel ni deebise.
21 Kanaafuu, isaan ol baʼanii lafa onaa Ziin+ irraa hamma Rehoob+ ishii Lebo Hamaat*+ biratti argamtuutti biyyattii ni basaasan.
25 Akkuma Yihowaan Waaqni Israaʼel karaa tajaajilaa isaa Yoonaas+ ilma Amitaay isa raajii nama Gaat Hefeer+ taʼe sanaa dubbatetti, Lebo Hamaatii*+ jalqabee hamma Galaana Arabaatti*+ daangaa Israaʼel ni deebise.