Lakkoofsa 13:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Kanaafuu, isaan ol baʼanii lafa onaa Ziin+ irraa hamma Rehoob+ ishii Lebo Hamaat*+ biratti argamtuutti biyyattii ni basaasan. Lakkoofsa 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+ Lakkoofsa 34:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “‘Daangaan keessan inni gara kaabaa kana dha: Isin Galaana Guddaa irraa jalqabee hamma Gaara Hooritti+ daangaa keessan ni kaaʼattu. 8 Gaara Hoor irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatittis*+ daangaa ni kaaʼattu; dhumni daangaa sanaas Zedaad+ taʼa.
21 Kanaafuu, isaan ol baʼanii lafa onaa Ziin+ irraa hamma Rehoob+ ishii Lebo Hamaat*+ biratti argamtuutti biyyattii ni basaasan.
2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+
7 “‘Daangaan keessan inni gara kaabaa kana dha: Isin Galaana Guddaa irraa jalqabee hamma Gaara Hooritti+ daangaa keessan ni kaaʼattu. 8 Gaara Hoor irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatittis*+ daangaa ni kaaʼattu; dhumni daangaa sanaas Zedaad+ taʼa.