-
2 Saamuʼel 10:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yeroo booda Amoononni Daawit biratti akka waan xiraaʼaatti ilaalamuu isaanii hubatan; kanaafuu, Amoononni ergamtoota erganii namoota Sooriyaa warra Beet Rehoobii+ fi warra Zoobaa+ keessaa loltoota lafoo 20,000, mootii Maʼaakaa+ namoota 1,000 wajjin, akkasumas Ishtoob* keessaa namoota 12,000 mindeeffatan.+
-
-
2 Saamuʼel 10:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Amoononni gad baʼanii karra magaalattii duratti waraanaaf hiriiran; namoonni Sooriyaa warri Zoobaa fi Rehoob keessaa dhufan, Ishtoobii* fi Maʼaakaa wajjin kophaa isaanii dirree keessa turan.
-