-
Lakkoofsa 34:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+
3 “‘Daangaan keessan inni gara kibbaa qarqara Edoom qabatee lafa onaa Ziin irraa jalqabee kan jiru taʼa; daangaan keessan inni gara kibbaa karaa bahaatiin qarqara Galaana Soogiddaa* irraa jalqabee kan jiru taʼa.+
-