2 Iyyaasuunis guutummaa sabichaatiin akkana jedhe: “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Abbaa Abrahaamii fi abbaa Naahor kan taʼe Taaraa dabalatee, abbootiin keessan+ warri bara dheeraa dura turan+ Lagicha gama jiraatu turan; isaanis waaqolii kan biroo tajaajilaa turan.+