Uumama 11:26, 27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Taaraan waggaa 70 ni jiraate; achiis Abraam,+ Naahorii+ fi Kaaraaniin ni dhalche. 27 Seenaan Taaraa kana dha. Taaraan Abraam, Naahorii fi Kaaraaniin ni dhalche; Kaaraan immoo Looxiin+ ni dhalche.
26 Taaraan waggaa 70 ni jiraate; achiis Abraam,+ Naahorii+ fi Kaaraaniin ni dhalche. 27 Seenaan Taaraa kana dha. Taaraan Abraam, Naahorii fi Kaaraaniin ni dhalche; Kaaraan immoo Looxiin+ ni dhalche.