LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti Yihowaan Abraamitti mulʼatee, “Ani biyya kana sanyii keetiif+ nan kenna”+ jedhe. Kanaafuu, inni achitti Yihowaa isa isatti mulʼatee tureef iddoo aarsaa ni ijaare.

  • Uumama 15:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kana booda dubbiin Yihowaa mulʼataan gara Abraam dhufee, “Abraam, hin sodaatin.+ Ani gaachana kee ti.+ Badhaasa baayʼee guddaa taʼe ni argatta”+ isaan jedhe.

  • Uumama 15:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Abraam Yihowaatti amane,+ innis kana akka qajeelummaatti isaaf lakkaaʼe.+

  • Uumama 17:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kana booda maqaan kee Abraam* hin jedhamu; ani abbaa saboota hedduu waanan si godhuuf maqaan kee Abrahaam* jedhama.

  • Yaaqoob 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, “Abrahaam Yihowaatti* amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaʼame”+ jedhus ni raawwatame; inni michuu Yihowaa* jedhamee waamameera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi