LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yaa Waaqa keenya, ati jiraattota biyya kanaa saba kee Israaʼel duraa ariitee biyyattii sanyii michuu kee Abrahaamiif dhaala bara baraa gootee hin kenninee?+

  • Isaayyaas 41:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 “Yaa Israaʼel, ati garuu tajaajilaa koo ti,+

      Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha,+

      Ati sanyii Abrahaam isa michuu koo taʼe sanaa ti,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi