-
Baʼuu 19:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+ 6 Isin anaaf mootummaa lubootaa fi saba qulqulluu ni taatu.’+ Wantoota kana Israaʼelotatti dubbadhu.”
-
-
Leewwota 25:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Sababiin isaas, isaan garboota koo warra ani biyya Gibxiitii baase dha.+ Isaan akka garbi tokko gurguramutti of gurguruu hin qaban.
-