LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 1:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaan kan kaʼes, warri Gibxii Israaʼelota garbummaa jala galchan; hojii cimaa akka hojjetanis isaan dirqisiisan.+ 14 Dhoqqee suphee isaan bukeessisuudhaan, xuubii hojjechiisuudhaan, hojii garbummaa hundumaas maasii keessatti isaan hojjechiisuudhaan, hojii cimaadhaan jireenya isaanii isaanitti hadheessan. Eeyyee, isaan hojii garbummaa hundumaatiin haala rakkisaa taʼe keessatti akka dhamaʼan godhan.+

  • Baʼuu 19:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+

  • Leewwota 25:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 “‘Kun kan taʼu, Israaʼelonni garboota koo waan taʼaniifi. Isaan garboota koo warra ani biyya Gibxiitii baase dha.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi