LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu, isaan waaqolii ormaa of biraa qaban sanaa fi lootii gurra isaanii irra jiru hundumaa Yaaqoobitti kennan; innis muka guddaa Sheekemitti dhihoo jiru jalatti awwaale.*

  • Keessa Deebii 11:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Waaqni kee Yihowaan gara biyya dhaaltutti yommuu si galchu, eebbicha Gaara Geriizim irratti, abaarsicha immoo Gaara Eebaal irratti labsi.*+ 30 Gaaronni kun, Yordaanos gamatti kallattii dhihaatiin,* biyya Kanaʼaanota warra Arabaa keessa jiraatan keessatti, Gilgaal irraa gamatti, mukeetii guguddoo Mooree biratti argamu mitii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi