LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 20:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Abimelek hoolota, loon, tajaajiltoota dhiiraa fi tajaajiltoota durbaa fuudhee Abrahaamiif ni kenne; haadha manaa isaa Saaraas isaaf ni deebise.

  • Uumama 24:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Namichis akkana jedhe: “Ani tajaajilaa Abrahaami.+ 35 Yihowaan gooftaa koo baayʼee eebbiseera; hoolota, loon, meetii fi warqii, tajaajiltoota dhiiraa fi durbaa, akkasumas gaalotaa fi harroota isaaf kennuudhaan baayʼee isa sooromseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi