Uumama 24:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Namichis akkana jedhe: “Ani tajaajilaa Abrahaami.+ 35 Yihowaan gooftaa koo baayʼee eebbiseera; hoolota, loon, meetii fi warqii, tajaajiltoota dhiiraa fi durbaa, akkasumas gaalotaa fi harroota isaaf kennuudhaan baayʼee isa sooromseera.+
34 Namichis akkana jedhe: “Ani tajaajilaa Abrahaami.+ 35 Yihowaan gooftaa koo baayʼee eebbiseera; hoolota, loon, meetii fi warqii, tajaajiltoota dhiiraa fi durbaa, akkasumas gaalotaa fi harroota isaaf kennuudhaan baayʼee isa sooromseera.+