-
Uumama 19:20-22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Maaloo kunoo, magaalaan kun dhihoo dha; anis gara ishiitti baqachuu nan dandaʼa; ishiin baayʼee xinnoo dha. Maaloo achitti baqadhee ooluu? Ishiin baayʼee xinnoo dha. Anis lubbuudhaan nan oola.” 21 Innis akkana isaan jedhe: “Gaarii dha, ani magaalaa jette sana oolchuudhaanis+ gaarummaa sitti nan argisiisa.+ 22 Dafii achitti baqadhu; sababiin isaas, hamma ati achi geessutti ani homaa gochuu hin dandaʼu!”+ Inni maqaa magaalattii Zoʼaar*+ jedhee kan moggaase kanaafi.
-