30 Boodas Loox Zoʼaar+ keessa jiraachuu waan sodaateef, ijoollee durbaa isaa lamaanii wajjin Zoʼaar keessaa baʼee naannoo gaarotaa keessa jiraachuu jalqabe.+ Akka kanaan, inni ijoollee durbaa isaa lamaanii wajjin holqa tokko keessa jiraachuu jalqabe.