-
Uumama 36:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Timnaan saajjatoo Eliifaaz ilma Esaawu taate. Yeroo boodas ishiin Eliifaaziif Amaaleqiin+ ni deesse. Kanneen kun ilmaan Aadaa ishii haadha manaa Esaawu taate sanaa ti.
-
-
1 Saamuʼel 15:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Yommuu Israaʼelonni Gibxiidhaa baʼan karaa irratti waan isaan mormaniif, wanta isaan isaan irratti raawwataniif ani Amaaleqota nan adaba.+
-