-
Lakkoofsa 24:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Inni Amaaleqiin yommuu argetti akkana jechuudhaan jechama isaa itti fufe:
-
-
Keessa Deebii 25:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Yeroo biyya Gibxii keessaa baatanii deemaa turtanitti wanta Amaaleq karaa irratti si irratti raawwate,+ 18 yeroo ati dadhabdee fi bututtee turtetti karaa irratti si argatee warra si duuba tirachaa turan hundumaa akkamitti akka rukute yaadadhu. Inni Waaqayyoon hin sodaanne.
-