-
Keessa Deebii 25:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Yeroo biyya Gibxii keessaa baatanii deemaa turtanitti wanta Amaaleq karaa irratti si irratti raawwate,+
-
-
1 Saamuʼel 15:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Yommuu Israaʼelonni Gibxiidhaa baʼan karaa irratti waan isaan mormaniif, wanta isaan isaan irratti raawwataniif ani Amaaleqota nan adaba.+
-