-
Uumama 17:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis Waaqayyo Abrahaamiin akkana jedhe: “Maqaan ishii Saaraa* waan jedhamuuf, kana booda haadha manaa tee Saaraayiin,*+ Saaraay jettee hin waamin. 16 Ani ishii nan eebbisa, ishii irraas ilma siif nan kenna;+ ishii nan eebbisa, saboonnis ishii irraa ni argamu; mootonni sabootaa ishii keessaa ni baʼu.”
-