Uumama 17:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana isaan jedhe: “Haati manaa tee Saaraan dhugumaan ilma siif ni deessi; atis maqaa isaa Yisihaaq*+ jedhii moggaasi. Sanyii isaa warra isa booda dhufaniif kakuu bara baraa akka taʼuufis kakuu koo isaa wajjin nan cimsa.+ Roomaa 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kana malees, sanyii Abrahaam waan taʼaniif hundi isaanii ijoollee isaa ti jechuu miti;+ kanaa mannaa, “Inni sanyii kee jedhamee waamamu karaa Yisihaaq dhufa” jedhamee barreeffameera.+ Ibroota 11:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 kana kan godhes, “Inni sanyii kee jedhamee waamamu karaa Yisihaaq dhufa”+ jedhamee utuu jiruu ti.
19 Yeroo kanatti Waaqayyo akkana isaan jedhe: “Haati manaa tee Saaraan dhugumaan ilma siif ni deessi; atis maqaa isaa Yisihaaq*+ jedhii moggaasi. Sanyii isaa warra isa booda dhufaniif kakuu bara baraa akka taʼuufis kakuu koo isaa wajjin nan cimsa.+
7 Kana malees, sanyii Abrahaam waan taʼaniif hundi isaanii ijoollee isaa ti jechuu miti;+ kanaa mannaa, “Inni sanyii kee jedhamee waamamu karaa Yisihaaq dhufa” jedhamee barreeffameera.+