Uumama 21:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Achiis Waaqayyo Abrahaamiin akkana jedhe: “Mucichaa fi garbittii tee ilaalchisee wanta Saaraan siin jechaa jirtutti hin gaddin. Inni sanyii kee jedhamee waamamu karaa Yisihaaq dhufa waan taʼeef,+ wanta ishiin siin jettu* dhagaʼi. Ibroota 11:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 kana kan godhes, “Inni sanyii kee jedhamee waamamu karaa Yisihaaq dhufa”+ jedhamee utuu jiruu ti.
12 Achiis Waaqayyo Abrahaamiin akkana jedhe: “Mucichaa fi garbittii tee ilaalchisee wanta Saaraan siin jechaa jirtutti hin gaddin. Inni sanyii kee jedhamee waamamu karaa Yisihaaq dhufa waan taʼeef,+ wanta ishiin siin jettu* dhagaʼi.