1 Mootota 21:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Inni wanta Amooronni warri Yihowaan Israaʼelota duraa ariʼe sun raawwachaa turan hunda raawwachuudhaan waaqolii tolfamoo balfamoo* taʼan duukaa buʼee wanta hunda caalaa jibbisiisaa taʼe raawwateera.’”+ 2 Mootota 21:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Minaaseen mootiin Yihudaa wantoota jibbisiisoo kana hunda ni raawwate; inni Amoorota+ warra isa dura turan hunda caalaa wanta hamaa ni raawwate;+ waaqolii tolfamoo isaa warra balfamoo* taʼaniinis Yihudaan cubbuu akka hojjetu ni godhe.
26 Inni wanta Amooronni warri Yihowaan Israaʼelota duraa ariʼe sun raawwachaa turan hunda raawwachuudhaan waaqolii tolfamoo balfamoo* taʼan duukaa buʼee wanta hunda caalaa jibbisiisaa taʼe raawwateera.’”+
11 “Minaaseen mootiin Yihudaa wantoota jibbisiisoo kana hunda ni raawwate; inni Amoorota+ warra isa dura turan hunda caalaa wanta hamaa ni raawwate;+ waaqolii tolfamoo isaa warra balfamoo* taʼaniinis Yihudaan cubbuu akka hojjetu ni godhe.