-
Leewwota 18:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 “‘Saboonni warri ani isin duraa ariʼu sun wantoota kana hundumaatiin waan of xureessaniif, isin wantoota kana keessaa isa tokkoon illee of hin xureessinaa.+ 25 Kanaan kan kaʼes, biyyattiin xuroofteetti; anis sababii balleessaa ishiitiin ishii nan adaba; biyyattiinis namoota ishii keessa jiraatan ni tufti.+
-
-
2 Mootota 23:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Haa taʼu malee, wantoota hamoo Minaaseen isa dheekkamsiisuuf raawwate hundumaatiin kan kaʼe, Yihowaan aarii isaa isa Yihudaa irratti bobaʼe irraa hin deebine ture.+
-