-
Keessa Deebii 28:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+
-
-
Hisqiʼel 23:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Isaan wanta sodaachisu akka taʼanii fi qabeenyi isaanii akka saamamu gochuuf raayyaan waraanaa tokko isaan irratti ni ergama.+
-