-
Ermiyaas 34:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Kanaafuu, Yihowaan akkana jedha: ‘Tokkoon tokkoon keessan obboleessa keessanii fi nama isa kan biraatiif bilisummaa labsuu ilaalchisee naaf hin ajajamne.+ Kanaan kan kaʼes, goraadeedhaan, golfaa* fi beelaan+ akka duutaniif bilisummaa isiniif nan labsa’ jedha Yihowaan; ‘mootummoota lafaa hundumaa birattis wanta sodaachisu akka taatan nan godha.+
-