- 
	                        
            
            Ermiyaas 15:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 ‘Eessa deemna?’ jedhanii yoo si gaafatan immoo, akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha:
“Namni dhaʼichaan duʼuu qabu kam iyyuu, dhaʼichaan haa duʼu!
Namni goraadeedhaan duʼuu qabu kam iyyuu, goraadeedhaan haa duʼu!+
Namni beelaan duʼuu qabu kam iyyuu, beelaan haa duʼu!
Namni boojuudhaan fudhatamuu qabu kam iyyuus, haa boojiʼamu!”’+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 29:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 “‘Kana malees, goraadeedhaan,+ beelaa fi golfaadhaan isaan nan ariʼa; mootummoota lafaa hundumaa biratti wanta nama sodaachisu akka taʼan nan godha;+ saboota warra ani itti isaan bittinneessu gidduuttis warra abaaraman, wanta nama ajaaʼibsiisu, warra itti siiqsamuu+ fi warra arrabsaman akka taʼan nan godha;+
 
 -