9 Mootummoonni lafaa hundis badiisa ani isaan irratti fidu yommuu argan akka sodaatan nan godha;+ bakkan itti isaan bittinneessu hundumaa keessattis+ warra arrabsaman, warra itti mammaakamu, warra itti qoosamuu fi warra abaaraman akka taʼan nan godha.+