LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Jiʼa arfaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa saglaffaatti magaalattii keessatti beelli ni hammaate;+ namoonni biyyattiis wanta nyaatan hin qaban turan.+

  • Ermiyaas 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “‘Yihowaan akkana jedha: “Sana booda ani Zedeeqiyaa mootii Yihudaa, tajaajiltoota isaa fi namoota magaalaa kanaa warra golfaa, goraadee fi beela sana irraa oolan, harka Nebukadnezaar* mootii Baabilonitti, harka diinota isaaniittii fi harka warra lubbuu isaanii balleessuu barbaadaniitti* dabarsee nan kenna.+ Innis goraadeedhaan rukutee isaan ajjeesa. Inni isaaniif hin gaddu, gara laafina yookiin araara akkamii iyyuu isaanitti hin argisiisu.”’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi