-
Leewwota 26:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, isin na dhagaʼuu yookiin ajajawwan koo kana hundumaa eeguu yoo diddan,+
-
-
1 Saamuʼel 4:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, Filisxeemonni isaan ni waraanan; Israaʼelonnis ni moʼaman;+ tokkoon tokkoon isaaniis gara dunkaana isaaniitti baqatan. Namoonni hedduun ni dhuman; gama Israaʼelotaatiin loltoota lafoo 30,000tu ajjeefame.
-