Faarfannaa 106:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Warri isaan jibban akka isaan bulchaniif,+Yeroo baayʼee sabootatti dabarsee isaan kenne.+ Faaruu Ermiyaas 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Hamajaajonni ishii amma gooftolii* ishii taʼaniiru; diinonni ishii dantaa hin qaban.+ Sababiin isaas, Yihowaan yakkawwan hedduu ishiin raawwatteen kan kaʼe gadda ishiitti fideera.+ Ijoolleen ishii diinaan oofamanii boojuudhaan fudhatamaniiru.+
5 Hamajaajonni ishii amma gooftolii* ishii taʼaniiru; diinonni ishii dantaa hin qaban.+ Sababiin isaas, Yihowaan yakkawwan hedduu ishiin raawwatteen kan kaʼe gadda ishiitti fideera.+ Ijoolleen ishii diinaan oofamanii boojuudhaan fudhatamaniiru.+