LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 10:6-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Israaʼelonni ammas wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan;+ akkasumas Baʼaaliin,+ siidaawwan Ashtooret, waaqolii Aaraam,* waaqolii Siidoon, waaqolii Moʼaab,+ waaqolii Amoonotaa+ fi waaqolii Filisxeemotaa+ tajaajiluu jalqaban. Yihowaa ni dhiisan; isas hin tajaajille. 7 Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; harka Filisxeemotaattii fi harka Amoonotaattis dabarsee isaan kenne.*+ 8 Kanaafuu, isaan waggaa sana keessatti Israaʼelota ni miidhan; akka malees isaan cunqursan; Israaʼelota Yordaanos irraa kallattii bahaatiin biyya Giiliyaad isa kan Amoorotaa ture keessa jiran hundumaa waggaa 18f ni cunqursan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi