Iyyaasuu 17:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Iyyaasuunis, “Naannoon gaarotaa Efreem+ baayʼee waan isinitti dhiphateef, isin saba hedduu yoo taatan gara bosonichaatti ol baʼaatii biyya Pheriizotaa+ fi biyya Refaayim+ keessatti bosonicha ciraatii iddoo qopheeffadhaa” jedhee isaaniif deebise.
15 Iyyaasuunis, “Naannoon gaarotaa Efreem+ baayʼee waan isinitti dhiphateef, isin saba hedduu yoo taatan gara bosonichaatti ol baʼaatii biyya Pheriizotaa+ fi biyya Refaayim+ keessatti bosonicha ciraatii iddoo qopheeffadhaa” jedhee isaaniif deebise.