-
Uumama 15:18-20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+ 19 kunis biyya Qeenotaa,+ biyya Qeenizotaa, biyya Qaadmootaa, 20 biyya Heetotaa,+ biyya Pheriizotaa,+ biyya Refaayim,+
-