LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 21:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Saaraan garuu ilmi Aggaar+ ishiin nama Gibxii Abrahaamiif deesse sun Yisihaaqitti akka qoosu ni argiti turte.+

  • Galaatiyaa 4:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Fakkeenyaaf, Abrahaam ilmaan lama akka qabu, isa tokko tajaajiltuu irraa,+ isa tokko immoo dubartii bilisa taate irraa+ akka dhalche barreeffameera;

  • Galaatiyaa 4:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Wantoonni kun akka diraamaa fakkeenyaan ibsameetti ilaalamu; sababiin isaas, dubartoonni kun lamaan kakuu lama argisiisu; ishiin tokko Aggaar ishii Gaara Siinaa+ irraa dhuftee fi garbummaadhaaf ijoollee deessu dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi