Luqaas 2:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Guyyaa saddeettaffaatti yeroon itti dhaqna isa qaban yommuu gaʼu,+ akkuma maleekaan Waaqayyoo haati isaa ulfaaʼuu ishii dura dubbatee turetti maqaa isaa Yesuus jedhanii moggaasan.+
21 Guyyaa saddeettaffaatti yeroon itti dhaqna isa qaban yommuu gaʼu,+ akkuma maleekaan Waaqayyoo haati isaa ulfaaʼuu ishii dura dubbatee turetti maqaa isaa Yesuus jedhanii moggaasan.+