Isaayyaas 45:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ani ifa nan tolcha,+ dukkanas nan uuma,+Nagaa nan fida,+ badiisas nan uuma;+Ani Yihowaan wantoota kana hundumaa nan raawwadha. 2 Qorontos 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, “Dukkana keessaa ifni haa ifu”+ kan jedhe Waaqayyo dha; inni beekumsa Waaqayyoo isa ulfina qabeessa taʼe sana karaa fuula Kiristoos garaa keenya irratti ibseera.+
7 Ani ifa nan tolcha,+ dukkanas nan uuma,+Nagaa nan fida,+ badiisas nan uuma;+Ani Yihowaan wantoota kana hundumaa nan raawwadha.
6 Sababiin isaas, “Dukkana keessaa ifni haa ifu”+ kan jedhe Waaqayyo dha; inni beekumsa Waaqayyoo isa ulfina qabeessa taʼe sana karaa fuula Kiristoos garaa keenya irratti ibseera.+