LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Guyyaa gaariitti atis gaarummaa kana argisiisi;+ guyyaa rakkinaatti garuu, namoonni wanta gara fuulduraatti isaan irra gaʼu kam iyyuu ilaalchisee mirkanaaʼoo taʼuu* akka hin dandeenyeef,+ Waaqayyo isa kanas taʼe isa sana akka godhe hubadhu.+

  • Amoos 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Magaalaa keessatti xurumbaan yoo afuufame, namoonni hin sodaatanii?

      Magaalaa keessatti badiisni yoo gaʼe, badiisicha kan fide Yihowaa mitii?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi