Iyyoob 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Inni garuu, “Ati akkuma dubartii hubannaa hin qabnetti dubbatta. Nuti Waaqa dhugaa irraa wanta gaarii taʼe qofa fudhannaa? Wanta hamaa taʼe hoo fudhachuu hin qabnuu?”+ ishiidhaan jedhe. Kun hundi kan isa irra gaʼe taʼus, Iyyoob afaan isaatiin cubbuu hin dubbanne.+ Isaayyaas 45:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ani ifa nan tolcha,+ dukkanas nan uuma,+Nagaa nan fida,+ badiisas nan uuma;+Ani Yihowaan wantoota kana hundumaa nan raawwadha.
10 Inni garuu, “Ati akkuma dubartii hubannaa hin qabnetti dubbatta. Nuti Waaqa dhugaa irraa wanta gaarii taʼe qofa fudhannaa? Wanta hamaa taʼe hoo fudhachuu hin qabnuu?”+ ishiidhaan jedhe. Kun hundi kan isa irra gaʼe taʼus, Iyyoob afaan isaatiin cubbuu hin dubbanne.+
7 Ani ifa nan tolcha,+ dukkanas nan uuma,+Nagaa nan fida,+ badiisas nan uuma;+Ani Yihowaan wantoota kana hundumaa nan raawwadha.