- 
	                        
            
            Yaaqoob 5:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Yaa obbolootaa, raajota maqaa Yihowaatiin* dubbatan+ ilaalaa, fakkeenya isaan rakkina dandaʼuu+ fi obsa argisiisuudhaan+ isiniif kaaʼan hordofaa. 11 Kunoo, warra jabaatanii dhaabbatan gammadoo* akka taʼanitti ilaalla.+ Iyyoob jabaatee akka dhaabbate dhageessaniittu;+ wanta Yihowaan* isaaf godhes argitaniittu;+ Yihowaan* jaalala guddaa kan qabuu fi gara laafessa dha.+
 
 -