Lakkoofsa 16:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Isaanis adda isaaniitiin lafatti gombifamanii, “Waaqa hafuura nama* hundumaa kan taate yaa Waaqayyo,+ cubbuu nama tokkootiin kan kaʼe guutummaa yaaʼichaa irratti ni dheekkamtaa?”+ jedhan.
22 Isaanis adda isaaniitiin lafatti gombifamanii, “Waaqa hafuura nama* hundumaa kan taate yaa Waaqayyo,+ cubbuu nama tokkootiin kan kaʼe guutummaa yaaʼichaa irratti ni dheekkamtaa?”+ jedhan.