Iyyoob 34:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Dhuguma iyyuu Waaqayyo hammina hin raawwatu,+Inni Hundumaa Dandaʼus haqa hin jalʼisu.+ Isaayyaas 33:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+Yihowaan Mootii keenya dha;+Kan nu oolchu isa dha.+
22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+Yihowaan Mootii keenya dha;+Kan nu oolchu isa dha.+