LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 19:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yeroo kanatti abbaan manichaa gad baʼee akkana isaaniin jedhe: “Lakki, obboloota koo, gocha hamaa kana hin raawwatinaa. Maaloo, namichi kun keessummaa mana koo dhufe dha. Gocha qaanessaa kana hin raawwatinaa. 24 Intalli tiyya ishiin durba taatee fi saajjatoon namichaa jiru. Erga taʼee immoo ani isaaniin gad isiniif nan baasa; wanta barbaaddan isaan irratti gochuu* dandeessu.+ Namicha kana irratti garuu gocha qaanessaa kana hin raawwattan.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi